26 Namni tokko Waaqa akka waaqeffatu kan yaadu taʼus, arraba isaa kan hin toʼanne* yoo taʼe,+ inni garaa isaa gowwoomsa, waaqeffannaan isaas gatii hin qabu.
8 Haa taʼu malee, namni arraba madaqsuu dandaʼu tokko illee hin jiru. Arrabni kan hin toʼatamne, miidhaa kan geessistuu fi summii nama ajjeesuun kan guutamte dha.+