Anbaaqom 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ijji kee baayʼee qulqulluu waan taʼeef wanta hamaa hin ilaalu,Ati hammina callistee hin ilaaltu.+ Maarree, gantoota maaliif callistee ilaalta?+ Yeroo namni hamaan nama isa irra wayyu liqimsu maaliif callista?+
13 Ijji kee baayʼee qulqulluu waan taʼeef wanta hamaa hin ilaalu,Ati hammina callistee hin ilaaltu.+ Maarree, gantoota maaliif callistee ilaalta?+ Yeroo namni hamaan nama isa irra wayyu liqimsu maaliif callista?+