Faarfannaa 3:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sagalee koo ol kaasee Yihowaa nan waammadha,Innis gaara isaa isa qulqulluu irraa deebii naaf kenna.+ (Seelaa) Faarfannaa 145:18, 19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan warra isa waammatan hundumaatti,Warra dhugaadhaan* isa waammatan+ hundumaatti dhihoo dha.+ ר [Reesh] 19 Inni fedhii warra isa sodaatanii ni quubsa;+Iyya gargaarsa argachuuf dhageessisan ni dhagaʼa, isaan ni oolchas.+ Ibroota 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.
4 Sagalee koo ol kaasee Yihowaa nan waammadha,Innis gaara isaa isa qulqulluu irraa deebii naaf kenna.+ (Seelaa)
18 Yihowaan warra isa waammatan hundumaatti,Warra dhugaadhaan* isa waammatan+ hundumaatti dhihoo dha.+ ר [Reesh] 19 Inni fedhii warra isa sodaatanii ni quubsa;+Iyya gargaarsa argachuuf dhageessisan ni dhagaʼa, isaan ni oolchas.+
7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.