Faarfannaa 51:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Arrabni koo gammachuudhaan qajeelummaa kee akka labsuuf,+Waaqa fayyinaa koo kan taate yaa Waaqayyo,+ dhiigaan itti gaafatamuu irraa na oolchi.+
14 Arrabni koo gammachuudhaan qajeelummaa kee akka labsuuf,+Waaqa fayyinaa koo kan taate yaa Waaqayyo,+ dhiigaan itti gaafatamuu irraa na oolchi.+