LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 9:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Wanta nutti dhufe hundumaatiin ati qajeelaa dha; sababiin isaas ati amanamaa dha; gocha hamaa kan raawwate nu dha.+

  • Faarfannaa 35:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis arrabni koo qajeelummaa kee irra deddeebiʼee dubbata,*+

      Guyyaa guutuus si jajata.+

  • Faarfannaa 59:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ani garuu, waaʼee jabina keetii nan faarfadha;+

      Ganamas waaʼee jaalala kee isa amanamaa gammachuudhaan nan dubbadha.

      Sababiin isaas, ati iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu,+

      Yeroo rakkina koottis iddoon itti baqadhu dha.+

  • Daaniʼel 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yaa Yihowaa, qajeelummaan kan kee ti; nuti, jechuunis namoonni Yihudaa, jiraattonni Yerusaalemii fi Israaʼelonni hundi warri dhihoos taʼe fagoo jirru biyya ati itti nu bittinneessite hundumaatti akkuma harʼa taʼaa jirutti qaanii* ofitti fidneerra; sababiin isaas, isaan siif amanamoo hin taane.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi