LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 37:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isa Hundumaa Dandaʼu hubachuun humna keenyaa oli;+

      Inni humni isaa guddaa dha,+

      Haqa isaa fi qajeelummaa isaa isa hedduu+ taʼes matumaa hin jalʼisu.+

  • Faarfannaa 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yaa Yihowaa, jabina keetiin kaʼi.

      Nuti guddina keetiif faarfannaa galataa ni faarfanna.*

  • Faarfannaa 145:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee hundi ulfina siif kennu,+

      Warri siif amanamoo taʼanis si jajatu.+

      כ [Kaaf]

      11 Isaan ulfina mootummaa keetii ni labsu,+

      Waaʼee jabina keetiis ni dubbatu,+

      ל [Laamed]

      12 Kanas kan godhan, gochawwan kee warra jajjaboo,+

      Simboo mootummaa keetii+ isa ulfina qabeessa taʼes namootatti beeksisuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi