Faarfannaa 11:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan qajeelaa dha;+ inni gocha qajeelaa ni jaallata.+ Qajeelonni fuula isaa ni argu.*+ Faarfannaa 71:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+
19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+