Faarfannaa 103:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, hammuma samiin lafa irraa ol fagaatu,Jaalalli isaa inni amanamaan namoota isa sodaatanitti argisiisu guddaa dha.+
11 Sababiin isaas, hammuma samiin lafa irraa ol fagaatu,Jaalalli isaa inni amanamaan namoota isa sodaatanitti argisiisu guddaa dha.+