Isaayyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+ Ibroota 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+
17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+
16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+