15 Yaa Yihowaa, situ beeka,
Na yaadadhu, xiyyeeffannaas naaf kenni.
Warra na ariʼatan irratti haaloo naaf baʼi.+
Aariidhaaf suuta kan jettu taʼuu keetiin kan kaʼe akkan badu hin heyyamin.
Arrabsoon kun kan na irra gaʼe sababa keetiin taʼuu isaa beeki.+