LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 11:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;

      Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+

      Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,

      Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.

  • Ermiyaas 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, ati garuu akka gaariitti na beekta,+ na argitas;

      Ati garaa koo qortee sii wajjin tokkummaa akka qabu hubatteetta.+

      Akkuma hoolota qalamuuf jedhaniitti kophaatti isaan baasi,

      Guyyaa ajjeechaatiifis adda isaan baasi.

  • Ermiyaas 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Warri na ariʼatan haa qaanaʼan,+

      Ani akkan qaanaʼu garuu hin godhin.

      Isaan haa jeeqaman,

      Ani akkan jeeqamu garuu hin godhin.

      Guyyaa rakkinaa isaanitti fidi,+

      Isaan caccabsi, guutummaattis* isaan balleessi.

  • Ermiyaas 37:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bulchitoonni sunis Ermiyaasitti akka malee aaran;+ achiis isa rukutanii mana Yehonaataan isa barreessaa taʼe sanaa keessatti isa hidhan;*+ manni kun mana hidhaa taʼee tajaajila ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi