Faarfannaa 139:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 139 Yaa Yihowaa, ati akka gaariitti na qorte, na beektas.+ 2 Yommuun taaʼuu fi yommuun kaʼu ni beekta.+ Yaada koo fagoodhaa ni hubatta.+
139 Yaa Yihowaa, ati akka gaariitti na qorte, na beektas.+ 2 Yommuun taaʼuu fi yommuun kaʼu ni beekta.+ Yaada koo fagoodhaa ni hubatta.+