LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaan achi gaʼanis, Saamuʼel Eeliyaabiin+ argee, “Dhugumaan, inni Yihowaan filate isa kana dha” jedhe. 7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe.

  • 1 Seenaa Baraa 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Atis Solomoon yaa ilma koo, Yihowaan garaa hundumaa waan qoruu+ fi yaadaa fi fedhii hundumaa waan hubatuuf,+ Waaqa abbaa keetii beeki; garaa guutuu*+ fi lubbuu* gammachuu qabuun* isa tajaajili. Ati yoo isa barbaadde innis siif ni argama;+ yoo isa dhiiste garuu innis bara baraaf si dhiisa.+

  • Faarfannaa 17:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ati garaa koo ni qorte, halkaniinis na sakattaate;+

      Na qulqulleessites;+

      Ani wanta hamaa akkamii iyyuu akkan hin yaanne ni argita,

      Afaan koos seera hin cabsine.

  • Faarfannaa 139:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yaa Waaqayyo, akka gaariitti na sakattaʼi, garaa koos beeki.+

      Na qori, yaadawwan na dhiphisanis* beeki.+

  • Ermiyaas 20:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, ati garuu nama qajeelaa ni qorta;

      Yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni argita.+

      Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,+

      Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi