LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 7:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Kadhachuu keessan itti fufaa, isiniif ni kennama;+ barbaaduu keessan itti fufaa, ni argattu; balbala rurrukutuu keessan itti fufaa, isiniif ni banama;+

  • Ibroota 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dabalataanis, amantii malee akka gaariitti Waaqa gammachiisuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, namni Waaqayyotti dhihaatu hundi, inni akka jiruu fi warra cimsanii isa barbaaddatan akka badhaasu+ amanuu qaba.

  • Yaaqoob 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaqayyotti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.+ Isin cubbamoonni, harka keessan qulqulleessaa;+ isin warri yaada dhaabbataa hin qabne, garaa keessan qulqulleessaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi