Maarqos 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, ani isiniin nan jedha, wanta kadhattanii fi gaafattan hunda akkuma argattanitti amanaa, dhugumaan ni argattu.+ Yaaqoob 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu;+ sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin* nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna,+ isaafis ni kennama.+ 1 Yohaannis 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+
24 Kanaafuu, ani isiniin nan jedha, wanta kadhattanii fi gaafattan hunda akkuma argattanitti amanaa, dhugumaan ni argattu.+
5 Kanaafuu, isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu;+ sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin* nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna,+ isaafis ni kennama.+
14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+