LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu Saaʼol, “Harki Filisxeemotaa akka isa rukutuuf, ishiin kiyyoo akka isatti taatu ani ishii isaaf nan kenna” jedhe.+ Achiis Saaʼol yeroo lammaffaadhaaf Daawitiin, “Ati harʼa gaaʼelaan natti firoomta”* jedhe.

  • 1 Saamuʼel 18:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kanatti Saaʼol, “‘Mootichi diinota isaa akka haaloo baʼuuf qolofa*+ Filisxeemotaa 100 malee gabbara+ akkamii iyyuu si irraa hin barbaadu’ jedhaatii Daawititti himaa” isaaniin jedhe. Saaʼol akkana kan jedhe, Daawit harka Filisxeemotaa irratti akka ajjeefamu waan yaadeef ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi