Iyyoob 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Biyya Uuz keessa namichi Iyyoob*+ jedhamu tokko jira ture. Inni nama qajeelaa fi amanamaa* ture;+ akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu ture.+
1 Biyya Uuz keessa namichi Iyyoob*+ jedhamu tokko jira ture. Inni nama qajeelaa fi amanamaa* ture;+ akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu ture.+