1 Saamuʼel 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan hamma dubbii Yihowaatiif ajajamuutti gammadu, aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan kan biraatti ni gammadaa?+ Ilaa, ajajamuun aarsaa irra,+ xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachuunis cooma+ korbeessa hoolaa irra ni caala; Faarfannaa 51:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ati aarsaa hin barbaaddu, utuu akkana taʼee silaa aarsaa nan dhiheessan ture;+Ati aarsaa guutummaatti gubamutti hin gammaddu.+ 17 Aarsaan Waaqayyoon gammachiisu, hafuura cabe dha;Yaa Waaqayyo, ati garaa cabee* fi bullaaʼe hin tuffattu.+ Hoseʼaa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+
22 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan hamma dubbii Yihowaatiif ajajamuutti gammadu, aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan kan biraatti ni gammadaa?+ Ilaa, ajajamuun aarsaa irra,+ xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachuunis cooma+ korbeessa hoolaa irra ni caala;
16 Ati aarsaa hin barbaaddu, utuu akkana taʼee silaa aarsaa nan dhiheessan ture;+Ati aarsaa guutummaatti gubamutti hin gammaddu.+ 17 Aarsaan Waaqayyoon gammachiisu, hafuura cabe dha;Yaa Waaqayyo, ati garaa cabee* fi bullaaʼe hin tuffattu.+
6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+