Faarfannaa 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namoonni hedduun waaʼee koo,*“Waaqayyo isa hin oolchu”+ jechaa jiru. (Seelaa)* Faarfannaa 42:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Diinonni koo jibba hamaa na jibbanii* natti qoosu;Guyyaa guutuus, “Waaqni kee eessa jira?”+ jedhanii natti qoosu. Faarfannaa 79:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Saboonni, “Waaqni isaanii eessa jira?”+ maaliif jedhu? Dhiiga tajaajiltoota keetii isa dhangalaʼeef haaloon akka baʼame,+Ijuma keenya duratti saboota gidduutti haa beekamu.
10 Diinonni koo jibba hamaa na jibbanii* natti qoosu;Guyyaa guutuus, “Waaqni kee eessa jira?”+ jedhanii natti qoosu.
10 Saboonni, “Waaqni isaanii eessa jira?”+ maaliif jedhu? Dhiiga tajaajiltoota keetii isa dhangalaʼeef haaloon akka baʼame,+Ijuma keenya duratti saboota gidduutti haa beekamu.