Faarfannaa 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+ Na oolchuu irraa,Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+ Yohaannis 12:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Amma ani dhiphadheera,*+ maal jechuun dandaʼa? Yaa Abbaa, saʼaatii kana irraa na oolchi.+ Haa taʼu malee, ani saʼaatii kanaafan dhufe.
22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+ Na oolchuu irraa,Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+
27 Amma ani dhiphadheera,*+ maal jechuun dandaʼa? Yaa Abbaa, saʼaatii kana irraa na oolchi.+ Haa taʼu malee, ani saʼaatii kanaafan dhufe.