-
Faarfannaa 28:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Gargaarsa isaa argadheera, garaan koos gammadeera;
Kanaafuu, faarfannaa kootiin isa nan jajadha.
-
-
Faarfannaa 140:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Fayyisaa koo isa cimaa kan taate, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa,
Guyyaa waraanaatti mataa koo naaf eegda.+
-