Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+