5 Daawitii fi guutummaan mana Israaʼel meeshaawwan muuziqaa muka birbirsaa irraa tolfaman akaakuu hundumaa, baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qaban akaakuu kan biroo,+ dibbee,+ tsanaatsilii fi siimbaaliitti+ fayyadamanii Yihowaa duratti sirbu turan.