-
Faarfannaa 150:3-5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sagalee xurumbaa+ dhageessisuudhaan isa jajadhaa.
Meeshaa muuziqaa ribuu qabuu fi baganaadhaan+ isa jajadhaa.
4 Dibbeedhaan,+ walitti marsitanii shubbisaas isa jajadhaa.
Meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii+ fi ululleedhaan*+ isa jajadhaa.
5 Siimbaalii* sagalee guddaa qabuun isa jajadhaa.
Siimbaalii walitti rukutamuun+ isa jajadhaa.
-