LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 6:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Daawitii fi guutummaan mana Israaʼel meeshaawwan muuziqaa muka birbirsaa irraa tolfaman akaakuu hundumaa, baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qaban akaakuu kan biroo,+ dibbee,+ tsanaatsilii fi siimbaaliitti*+ fayyadamanii Yihowaa duratti sirbu turan.

  • 1 Seenaa Baraa 15:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Faarfattoota kan taʼan Hemaan,+ Asaafii+ fi Eetaan siimbaalii+ sibiila diimaa taphatu turan;

  • 1 Seenaa Baraa 16:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Asaaf+ dura buʼaa yeroo taʼu, isatti aansee immoo Zakkaariyaastu muudame; Yeyiʼel, Shemiraamot, Yehiʼel, Maataatiyaan, Eeliyaab, Benaayaan, Obeed Edoomii fi Yeyiʼel+ meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaa taphatu turan;+ Asaaf immoo siimbaalii taphata ture;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi