1 Saamuʼel 17:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa. Faarfannaa 20:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+ Faarfannaa 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Mootiin raayyaa waraanaa hedduu qabaachuudhaan oolu hin jiru;+Namni jabaanis humna isaa isa guddaadhaan hin oolu.+
45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.
7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+
16 Mootiin raayyaa waraanaa hedduu qabaachuudhaan oolu hin jiru;+Namni jabaanis humna isaa isa guddaadhaan hin oolu.+