Keessa Deebii 32:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Qarsaan isaanii utuu isaan hin gurgurre taʼee,+Yihowaan dabarsee utuu isaan hin kennine taʼee, Namni tokko akkamitti 1,000 ariʼuu dandaʼa? Namni lama hoo akkamitti 10,000 ariʼuu dandaʼa?+
30 Qarsaan isaanii utuu isaan hin gurgurre taʼee,+Yihowaan dabarsee utuu isaan hin kennine taʼee, Namni tokko akkamitti 1,000 ariʼuu dandaʼa? Namni lama hoo akkamitti 10,000 ariʼuu dandaʼa?+