Mulʼata 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba;+ afaan isaa keessaa goraadee qaramaan+ dheeraa taʼee fi karaa lamaan qara qabu ni baʼe, fuulli isaa akka aduu humna guutuudhaan ifuu ture.+ Mulʼata 19:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+
16 Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba;+ afaan isaa keessaa goraadee qaramaan+ dheeraa taʼee fi karaa lamaan qara qabu ni baʼe, fuulli isaa akka aduu humna guutuudhaan ifuu ture.+
15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+