Mulʼata 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaan Hoolichaa+ wajjin wal lolu; taʼus Hoolichi Gooftaa gooftotaa fi Mootii moototaa+ waan taʼeef isaan injifata.+ Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taʼanis ni injifatu.”+ Mulʼata 19:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+
14 Isaan Hoolichaa+ wajjin wal lolu; taʼus Hoolichi Gooftaa gooftotaa fi Mootii moototaa+ waan taʼeef isaan injifata.+ Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taʼanis ni injifatu.”+
19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+