Isaayyaas 54:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Gaaronni iddoo isaaniitii kaafamuu,Tabbawwanis raafamuu dandaʼu,Jaalalli koo inni amanamaan garuu si irraa hin kaafamu,+Kakuun nagaa kootiis hin raafamu”+ jedha Yihowaan inni gara laafina sitti argisiisu.+
10 Gaaronni iddoo isaaniitii kaafamuu,Tabbawwanis raafamuu dandaʼu,Jaalalli koo inni amanamaan garuu si irraa hin kaafamu,+Kakuun nagaa kootiis hin raafamu”+ jedha Yihowaan inni gara laafina sitti argisiisu.+