LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan si oolchuu fi diinota kee harka keetti dabarsee kennuuf buufata kee keessa ni deddeebiʼa;+ kanaafuu, inni wanta qaanessaa taʼe akkamii iyyuu si keessatti akka hin arginee fi si biraa akka hin deebineef buufanni kee qulqulluu haa taʼu.+

  • Faarfannaa 132:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+

      Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+

  • Isaayyaas 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Inni Qulqulluun kan Israaʼel inni gidduu keessanitti argamu guddaa waan taʼeef,

      Isin jiraattonni* Xiyoon iyyaa, ililchaas.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi