Faarfannaa 48:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqayyo masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan keessatti,Iddoo amansiisaa kooluu itti galan* taʼuu isaa beeksiseera.+ Faarfannaa 125:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma gaaronni Yerusaalemitti marsan,+Ammaa jalqabee bara baraafYihowaan saba isaatti ni marsa.+
3 Waaqayyo masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan keessatti,Iddoo amansiisaa kooluu itti galan* taʼuu isaa beeksiseera.+