-
Isaayyaas 31:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Akkuma allaattiiwwan saffisaan gad buʼaniitti, Yihowaan Gooftaan Raayyaas Yerusaalemiin ni golbooba.+
Inni ishii ni golbooba, ishii ni fayyisa.
Ishii ni baraara, ishii ni oolchas.”
-
-
Zakkaariyaas 2:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis akkana isaan jedhe: “Gara achiitti fiigiitii dargaggeessa sanaan akkana jedhi: ‘“Yerusaalem namootaa fi horii ishii keessa jiran hundumaatiin kan kaʼe akkuma gandeen dallaa hin qabneetti kan namni keessa jiraatu ni taati.+ 5 Anis dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru ishiidhaaf nan taʼa;+ ulfinni koos ishii gidduu ni jiraata”+ jedha Yihowaan.’”
-