LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Inni Qulqulluun kan Israaʼel inni gidduu keessanitti argamu guddaa waan taʼeef,

      Isin jiraattonni* Xiyoon iyyaa, ililchaas.”

  • Isaayyaas 60:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan ifa bara baraa,+

      Waaqni kee miidhagina kee waan siif taʼuuf,+

      Kana booda guyyaa aduun ifa siif hin kennitu,

      Halkanis addeessi ifa siif hin kennitu.

      20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+

      Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+

      Kana booda aduun kee hin lixxu,

      Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu.

  • Haagee 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘Ulfinni mana kanaa inni gara fuulduraa isa duraa ni caala’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

      “‘Ani iddoo kanatti nagaa isiniif nan kenna’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi