Keessa Deebii 32:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkuma risaan manʼee ishii sochoostutti,Cuucota ishii irra naannoftutti,Qoochoo* ishii diriirsitee isaan fudhattutti,Baalleewwan ishii irrattis isaan baattutti,+12 Yihowaa qofatu isa* geggeesse;+Waaqni ormaa tokko illee isaa wajjin hin turre.+ Faarfannaa 91:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.
11 Akkuma risaan manʼee ishii sochoostutti,Cuucota ishii irra naannoftutti,Qoochoo* ishii diriirsitee isaan fudhattutti,Baalleewwan ishii irrattis isaan baattutti,+12 Yihowaa qofatu isa* geggeesse;+Waaqni ormaa tokko illee isaa wajjin hin turre.+
4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.