Faarfannaa 125:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma gaaronni Yerusaalemitti marsan,+Ammaa jalqabee bara baraafYihowaan saba isaatti ni marsa.+ Isaayyaas 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Guyyaa sanatti faarfannaan kun biyya Yihudaa keessatti ni faarfatama:+ “Magaalaa cimtuu qabna.+ Inni fayyinni dallaawwan ishii fi dallaawwan ittisaa ishii akka taʼu godha.+
26 Guyyaa sanatti faarfannaan kun biyya Yihudaa keessatti ni faarfatama:+ “Magaalaa cimtuu qabna.+ Inni fayyinni dallaawwan ishii fi dallaawwan ittisaa ishii akka taʼu godha.+