Faarfannaa 48:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+ Faarfannaa 48:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Xiyoonitti marsaa; guutummaa naannoo ishii keessa deemaa;Masaraawwan ishii lakkaaʼaa.+
2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+