LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 12:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Gareen faarfattootaa galata dhiheessu inni kan biraan immoo kallattii kan biraatiin* deeme; anis walakkaa sabichaa wajjin garee sana duukaa buʼee dallicha irra deemuudhaan Masaraa Iddoo Ibiddaa+ bira darbee gara Dallaa Balʼaatti+ nan deeme; 39 achiis, Karra Efreem+ bira darbee gara Karra Magaalaa Duriitti,+ achiis gara Karra Qurxummiitti,+ gara Masaraa Hanaanʼel,+ gara Masaraa Meʼaa fi gara Karra Hoolotaatti+ nan deeme; isaanis Karra isa kan Eegduu bira yommuu gaʼan ni dhaabbatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi