Isaayyaas 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yaa Yihowaa, ati Waaqa koo ti. Ol sin qaba, maqaa kees nan jajadha,Sababiin isaas, ati wantoota dinqisiisoo raawwatteetta;+Bara duriitii jalqabeeWantoota kana amanamummaadhaan+ murteessiteetta.+ Ibroota 13:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Karaa isaa yeroo hunda Waaqayyoof aarsaa galataa haa dhiheessinu;+ kunis firii hidhii+ keenyaa isa waaʼee maqaa isaa namoota duratti labsinu dha.+ Mulʼata 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+
25 Yaa Yihowaa, ati Waaqa koo ti. Ol sin qaba, maqaa kees nan jajadha,Sababiin isaas, ati wantoota dinqisiisoo raawwatteetta;+Bara duriitii jalqabeeWantoota kana amanamummaadhaan+ murteessiteetta.+
15 Karaa isaa yeroo hunda Waaqayyoof aarsaa galataa haa dhiheessinu;+ kunis firii hidhii+ keenyaa isa waaʼee maqaa isaa namoota duratti labsinu dha.+
4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+