Faarfannaa 39:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ati balleessaa isaatiif nama adabdee ni sirreessita;+Akkuma biliin godhuttis wantoota inni bakka guddaa kennuuf ni balleessita. Dhuguma iyyuu, namni hundi hafuuruma dha.+ (Seelaa)
11 Ati balleessaa isaatiif nama adabdee ni sirreessita;+Akkuma biliin godhuttis wantoota inni bakka guddaa kennuuf ni balleessita. Dhuguma iyyuu, namni hundi hafuuruma dha.+ (Seelaa)