Faarfannaa 39:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+ Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa) Faarfannaa 102:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Guyyoonni koo akka gaaddidduu darbuu* ti,+Akkuma margaas coolligaan jira.+
5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+ Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa)