LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Jireenyaa fi duʼa, eebbaa fi abaarsa si dura akkan kaaʼe+ harʼa samii fi lafa si irratti ragoota godhee nan dhiheessa; atii fi sanyiin kee+ akka jiraattaniif jireenya filadhu;+

  • Keessa Deebii 32:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “Yaa samiiwwan, gurra keessan as qabaa, ani nan dubbadha,

      Laftis dubbii afaan kootii haa dhageessu.

  • Isaayyaas 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yaa samiiwwan, dhagaʼaa, yaa lafaa, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu,+

      Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedhee dubbateera:

      “Ani ijoollee nan kunuunse, nan guddises,+

      Isaan garuu na irratti fincila kaasan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi