LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 6:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani maal fudhadheen Yihowaa duratti dhihaadha?

      Maal fudhadheen Waaqa isa ol gubbaa jiru duratti sagada?

      Aarsaawwan guutummaatti gubamanii fi

      Jabbiiwwan waggaa tokkoo qabadhee isa duratti dhihaadhuu?+

       7 Yihowaan korbeeyyii hoolaa kumaan lakkaaʼamanitti,

      Zayitii safartuu guguddaa kuma kudhaniin lakkaaʼamutti ni gammadaa?+

      Ani fincila kootiif ilma koo isa angafaa,

      Cubbuu kootiifis* firii qaama kootii kennuu?+

       8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera.

      Yihowaan maal si irraa* barbaada?

      Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+

      Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi