21 Afaan leencaa fi gaanfa gafarsaa irraa na oolchi;+
Deebii naaf kenni, na oolchis.
22 Ani maqaa kee obboloota kootti nan beeksisa;+
Gumii gidduuttis sin jajadha.+
23 Isin warri Yihowaa sodaattan isa jajadhaa!
Isin sanyiin Yaaqoob hundi ulfina isaaf kennaa!+
Isin sanyiin Israaʼel hundi kabaja guddaa isaaf qabaadhaa.