-
Uumama 9:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Waaqayyos Nohii fi ilmaan isaa ni eebbise; akkanas isaaniin jedhe: “Horaa, baayʼadhaa, lafas guutaa.+ 2 Uumamawwan jiraatoon lafa irratti argaman hundi, uumamawwan samii irra barrisan hundi, wantoonni lafa irra sochoʼan hundii fi qurxummiiwwan galaanaa hundi isin sodaachuun isaanii fi isin duratti romʼuun isaanii itti haa fufu. Isaan amma harka keessanitti* dabarfamanii kennamaniiru.+
-