LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Hamoonni gara Awwaalaatti* deebiʼu;

      Saboonni Waaqayyoon irraanfatan hundis achi dhaqu.

  • Ermiyaas 2:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Durbi faayawwan ishii,

      Misirroonis sabbata ishii isa miidhagfame* ni irraanfattii?

      Sabni koo garuu guyyoota hammana hin jedhamneef na irraanfateera.+

  • Hoseʼaa 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Beekumsi waan hin jirreef, sabni koo ni callisiifamu.*

      Isin beekumsa waan tuffattaniif,+

      Anis luboota koo taatanii akka hin tajaajilleef isin nan tuffadha;

      Isin seera* Waaqa keessanii waan irraanfattaniif,+

      Anis ilmaan keessan nan irraanfadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi