2 Saamuʼel 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Daawitis waaʼee dubartittii akka gaafatuuf nama tokko ni erge; namichis, “Ishiin Baat Sheebaa+ intala Eliyaam+ haadha manaa Uuriyaa+ Heetichaa+ ti” jedhee isaaf deebise.
3 Daawitis waaʼee dubartittii akka gaafatuuf nama tokko ni erge; namichis, “Ishiin Baat Sheebaa+ intala Eliyaam+ haadha manaa Uuriyaa+ Heetichaa+ ti” jedhee isaaf deebise.