2 Saamuʼel 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Daawit haadha manaa isaa Baat Sheebaa+ ni jajjabeesse. Innis gara ishiitti seenee ishii wajjin ciise. Ishiinis yeroo booda ilma ni deesse; innis Solomoon*+ jedhee maqaa isaaf moggaase. Yihowaanis mucicha ni jaallate;+ 1 Mootota 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Naataan+ Baat Sheebaa+ haadha Solomooniin+ akkana jedhe: “Ati Adoniyaan+ ilmi Haagiit mootii akka taʼe, gooftaan keenya Daawit immoo waaʼee kanaa homaa akka hin beekne hin dhageenyee?
24 Achiis Daawit haadha manaa isaa Baat Sheebaa+ ni jajjabeesse. Innis gara ishiitti seenee ishii wajjin ciise. Ishiinis yeroo booda ilma ni deesse; innis Solomoon*+ jedhee maqaa isaaf moggaase. Yihowaanis mucicha ni jaallate;+
11 Achiis Naataan+ Baat Sheebaa+ haadha Solomooniin+ akkana jedhe: “Ati Adoniyaan+ ilmi Haagiit mootii akka taʼe, gooftaan keenya Daawit immoo waaʼee kanaa homaa akka hin beekne hin dhageenyee?