2 Saamuʼel 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Daawitis waaʼee dubartittii akka gaafatuuf nama tokko ni erge; namichis, “Ishiin Baat Sheebaa+ intala Eliyaam+ haadha manaa Uuriyaa+ Heetichaa+ ti” jedhee isaaf deebise. 2 Saamuʼel 11:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yeroon gaddaa sun akkuma xumurameen, Daawit nama ishiitti ergee gara mana isaatti ishii fudhate; ishiinis haadha manaa isaa taate;+ ilmas isaaf ni deesse. Haa taʼu malee, Yihowaan wanta Daawit godhetti baayʼee gadde.*+
3 Daawitis waaʼee dubartittii akka gaafatuuf nama tokko ni erge; namichis, “Ishiin Baat Sheebaa+ intala Eliyaam+ haadha manaa Uuriyaa+ Heetichaa+ ti” jedhee isaaf deebise.
27 Yeroon gaddaa sun akkuma xumurameen, Daawit nama ishiitti ergee gara mana isaatti ishii fudhate; ishiinis haadha manaa isaa taate;+ ilmas isaaf ni deesse. Haa taʼu malee, Yihowaan wanta Daawit godhetti baayʼee gadde.*+