LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 24:60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 60 Achiis isaan, “Yaa obboleettii teenya, kuma hedduu siʼa kuma kudhan* taʼi; sanyiin kees karra* warra isaan jibbanii haa dhaalan”+ jedhanii Ribqaa eebbisan.

  • Abbootii Murtii 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ani Dibooraan+ hamman kaʼutti,

      Hamman Israaʼel keessatti haadha taʼee kaʼutti,+

      Jiraattonni gandeen Israaʼel keessaa ni dhabaman.

  • 1 Pheexiros 3:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Miidhaginni keessan alaan kan mulʼatu, jechuunis shurrubbaa dhaʼachuu fi faaya warqii naqachuudhaan yookiin uffata baʼeessa uffachuudhaan akka taʼu hin godhinaa;+ 4 kanaa mannaa, miidhaginni keessan keessa namummaa keessan isa dhokataa, isa hin mancaane kan mulʼisu haa taʼu; tasgabbii fi garraamummaadhaan of miidhagsaa;+ Waaqayyo kanaaf iddoo guddaa kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi